Fana: At a Speed of Life!

Waldaan dargaggootaa magaalichaa kenna tajaajila tola ooltummaan mana namoota harka qalleeyyii 765 haaromsuu ibsame

Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)- Waldaan dargaggootaa magaalaa Finfinnee kenna tajaajila tola ooltummaan mana namoota harka qalleeyyii 765 haaromsuu ibsame.

Barreessaa olaanaan waldichaa Yihuunanyi Mahaammad, dargaggoonni waldichaa hedduun baatiiwwan salgan darbanitti kenna tajaajila tola ooltummaa bonaafi gannaan manneen namoota harka qalleeyyii 765 haaromsuu eeraniiru.

Dargaggoonni kunneen manneen namoota harka qalleeyyii haaromsuu dabalataan hojii tiraafikaa qindeessuu, lammiilee waldhaansa fayyaaf bakkeewwan garaagaraarraa dhufan dhukkubsachiisuu, maaddii qooduufi hojiilee misoomaa garaagaraarratti hirmaachuu ibsuusanii TOI gabaaseera.

Hojiilee kanneen yeroo ittaanutti baatii Waxabajjiirraa eegalee hanga xumura bara baajatichaatti itti fufsiisuuf hojiileen qophiin duraa hojjetamaa jiraachuu kaasaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.