Fana: At a Speed of Life!

Waldaan hojii gamtaa Kutaa magaalaa Addis Katamaatti argaman raayyaa ittisaaf deeggarsa Birrii miiliyoona walakka ol taasisan

Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Waldaan hojii gamtaa Kutaa magaalaa Addis Katamaatti argaman raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona walakka ol taasisaniiru.

Waldichi marsaa jalqabaatin deeggarsa Birrii kuma 300 yoo taasisuu, har’a ammoo Birrii kuma 601 taaisaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.