Fana: At a Speed of Life!

Waldaan Hojii Gamtaa Uurji Oromiyaa Asallaatti giddugala gabaa Birrii miiliyoona 100 ijaarsisuufi

Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Waldaan Hojii Gamtaa Uurji Oromiyaa magaalaa Asallaatti giddugala gabaa Birrii miiliyoona 100 ijaarsisuufi.

Giddugala abbaa darbii 10 magaalaa Asallaatti ijaarramuuf har’a dhagaan bu’uuraa kaa’ameera.

Waldichi bara 2010 kan hundaa’e yammuu ta’u, amma miseensota 260 horatee, kaappitaala isaa Birrii miliyoona 97n ga’ateera.

Lafa kaaree meetira 1,900 irratti suuqota 29 ijaarsisuun miseensota waldichaatiif caalbaasiidhaan dabaresee laatera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.