Fana: At a Speed of Life!

Waldichi abbootii warraa sababa garee shororkeessaa ABUT’tiif buqqa’aniif deeggarsa taasise

Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Waldaan Fannoo Dimaa Ityoophiyaa abbootii warraa kuma 1 sababa garee shororkeessaa ABUT’tiif buqqa’aniif deeggarsa taasiseera.

Waldichi sababa gareen shororkeessaa ABUT waraanaa baneef qe’eesaaniirra buqqa’uun da’aannaa yeroo Dabaarq keessaatti argamaniif meeshaalee nyaataa fi itti fayyadamaa garagaraa taasisuu Qindeessaan waldichaa damee Gondar obbo Attaalaal Taarraqeeny himaniiru.

Deeggarsichi kan taasifameef abbootii warraa Adii Arqaay, Maayitsimarii fi Zaarimaarra buqqa’anii da’annaa yeroo keessaa jiraaniif kan taasifameedha.

Maddi:-TOI
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.