Fana: At a Speed of Life!

Waldichi Waldaa Fannoo Diimaa Chaayinaarraa talaallii Covid -19 kuma dhibba 1 fudhachuufi

Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Waldaan Fannoo Diimaa Ityoophiyaa, Waldaa Fannoo Diimaa Chaayinaarraa talaallii Covid -19 kuma dhibba 1 boru ni fudhata jedhame.
Waldichi deeggarsa Waldaa Fannoo Diimaa Chaayinaarraa taasiifameef kana gama Ministeera Fayyaan fudhachuun hawaasaaf kan qaqqabsiisu ta’uu ragaan Waldaa Fannoo Diimaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.