Fana: At a Speed of Life!

Waldorgommiin atileetiksii qaxxamuura idil addunyaa fi biyyaa 38ffaan Jaanmeedaa Sulultaatti gaggeffame

Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Waldorgommiin Atileetiksii qaxxamuura idil addunyaa fi biyyaa 38ffaan Jaanmeedaa Godina Addaa Naannawa Finfinnee magaalaa Sulultaatti gaggeffameera.
Dorgommicharratti atileetoonni naannolee 7 irraa walitti babba’aan hirmaataniiru.
Atileetoota waldorgommii kana injifataniifis badhaasni Birrii kuma 700 fi kuma 50 ol qopha’uun himameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.