Fana: At a Speed of Life!

Walga’iinsa tajaajila uwwisa fayyaa mirkaneessuuf hirmaannaan seektaroota hundaa murteessaa ta’uu ibsame

Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) – Walga’iinsa tajaajila uwwisa fayyaa hunda galeessa taasiisuuf hirmaannaan seektaroota hundaa murteessaa ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksiise.
Guyyaan Fayyaa Addunyaa Boru Bitootessa 29, 2013 kan kabajamu ta’uu Ministeerri Fayyaa Fuula miidiyaa hawaasaa isaan ifoomseera.
Ayyaanichi mata duree ‘addunyaa haqaa fi fayyaa qabeessa yaa ijaarru’ jedhuun kabajama jedhameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.