Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin oomisha qorichoota biyya keessaa jalqabaa idil addunyaa ifatti baname

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)- Waltajjiin oomisha qorichoota biyya keessaa jalqabaa idil addunyaa ifatti banamu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan,waltajjiin oomisha qorichoota biyya keessaa jalqabaa idil addunyaa ifatti banamu ibsaniiru.

Dooktar Liyaan sirna baaninsichaarratti Ityoophiyaan oomisha  qorichootaa fi wallansaa teeknooloojii biyya keessaa cimsuuf ejjeennoo qabduu fi tattaffiwwan taasifamaa jiran irratti erga dabarsu danda’uuf koof hedduu gammadeera jedhan.

Waltajjichi sadarkaa idil addunyaatti eegaluus himaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.