Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin qindoominaa rakkoo invastaroota alaa furuuf hundaa’e walga’iisaa gaggeessera

Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Waltajjiin qindoominaa rakkoo invastaroota alaa furuuf hundaa’e walga’iisaa gaggeessera.
 
Waltajjiin qindoominaa idileen kun kaleessa hoggantummaa ministira Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachawii fi gorsaa muummee ministiraa Ambaasaaddar Girmaa Birruutin gaggeeffameera.
 
Sochii invastaroonni biyyoota alaa taasisaa jiranirratti rakkoolee isaan mudatan furuun danda’amurrattis mari’atanii kallattii kaa’aniiru.
 
Waltajjichi walga’ii jalqabaa Muddee 23,2012 gaggeeffamee tureen hundaa’un isaa ni yaadatama.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.