Fana: At a Speed of Life!

Warshaan Daabboo Shaggar dandeetti oomishasaa dabalaa jiraachuu ibsame

Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Warshaan Daabboo Shaggar dandeetti oomishasaa yeroodhaa gara yerootti dabalaa jiraachuu ibsameera.

Itti aanaa  kantiibaa magaalaa Finfinnee obbo Zhaanxiraar Abbaay haala sadarkaa oomisha Daabboo Shaggar daawwataniiru.

Daawwannaa isaaniitinis warshichi dandeetti oomishasaa yeroodha gara yerootti dabalaa jiraachuu himaniiru.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.