Fana: At a Speed of Life!

Warshaan Kookaa Kollaa Magaalaa Sabbatatti ijaarame eebbifame

Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Warshaan Kookaa Kollaa Bulchiinsaa Magaalaa Sabbatatti ijaarame eebbifameera.
Sirna eebbaa kanarratti Preezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa, Ministirri Ministeera Daldalaa Obbo Malaakuu Allibal, fi abbootii gadaa argamaniiru.
Warshichi guutuu biyyattiitti warshaa oomisha Kookaa Kollaa isaa 5ffaadha.
Ifaa Dalasaa fi Habtaamuu Takilasillaaseetu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.