Fana: At a Speed of Life!

Weelsi 0 – 2 Iraan

Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Taphni waancaa addunyaa 22ffaan har’a marsaa 2ffaaf Weelsii fi Iraan gidduutti taphatame olaantummaa Iraaniin xumurameera.

Iraan dhiibbaa uumtee taphachuun weelsi goolii 2 fi 0n injifachuun qabxii 3 argatteerti.

Goolii ‘Cheshmi’ fi Rezaeian daqiiqaawwan dabalataa kenname keessatti galchaniin Iraan injifatteerti.

Goolii eegaan Weelsi ‘Hennessey’ dogongora daqiiqaa
86′ irratti hojjeteen kaardii diimaan dirree ba’uun isaa Weelsi gatii kaffalchiiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.