Fana: At a Speed of Life!

Weerarri vaayrasii koroonaa erga darbee boodde hojiiwwan hojjeennu hundi jijjiirama qilleensaa bifa haammateen ta’uu qaba jedhame

Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Preezdaantii FDRI Saahlawarqi Zawdee Weerarri vaayrasii koroonaa erga darbee boodde hojiiwwan hojjeennu hundi jijjiirama qilleensaa bifa haammateen ta’uu qaba jedhan.

Preezdaanti Saahlawarqi Sirna eebba Biiroo Giloobal Sentar On Adapteeshini Afrikaarratti haasaa taasisaniiru.

Preezdaanti Saahlawarqi haasaa isaniin imaammata jijjiirama qilleensaarratti bocuun faayida qabachuurratti ibsa laachu ragaan waajjira preezdaantirraa argame ni muldhisa.

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.