Fana: At a Speed of Life!

Wixinee labsii Bulchiinsa Abbootii Seeraa fi Manneen Murtii Federaalaa irratti qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii’atamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Wixinee labsii Bulchiinsa Abbootii Seeraa fi Manneen Murtii Federaalaa irratti qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii’atamaa jira.

Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti koreen dhaabbii dhimma Seeraa,Haqaa fi Demokiraasii Wixinee labsii Bulchiinsa Abbootii Seeraa fi Maannee Murtii Federaalaa irratti qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii’achaa jira.

Marii kana irratti Preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa aadde Ma’aazaa Ashannaafii dabalatee qaamooleen dhimmi ilaallatu argamaniiru.

Wixinee labsii Bulchiinsa Abbootii Seeraa fi Manneen Murtii Federaalaa irratti barreefamni dhiyaachaa jira.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.