Fana: At a Speed of Life!

Worlid Viizyiin Ityoophiyaa proojaktoota adda addaa eebbisiise

Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC)- Worlid Viizyiin Ityoophiyaa naannoo Amaaraa godina Walloo kaabaa aanaa Harbuutti proojaktoota bishaan dhugaatin adda addaa Birrii miiliyoona 35.5 eebbisiiseera.

Sirna eebbichaarratti hoggantoonni mootummaan naannoo Amaaraa fi Worlid Viizyiin argamaniiru.

Proojaktoonni kunneen dhaabbilee fayyaa fi manneen barnoota dabalatee lammiilee kuma 52 fi 400 fayyadamoo ni taasisaa jedhameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.