Fana: At a Speed of Life!

Xiyyaara Booying Maaks 737 gara balalliitti deebisuuf qophiin duraa xumaramuu Daandii Qilleensa Ityoophiyaa beeksise

Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC)- Xiyyaara Booying Maaks 737 gara balalliitti deebisuuf qophiin duraa barbaachisaan xumaramuu Daandii Qilleensa Ityoophiyaa beeksiseera.

Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa xiyyaaricha guyyoota muurasa booda gara balalliitti deebisuuf qophii ta’uusaati ibsa Faanaa Broodkaastiing Koorporeetiif ergeen beeksiseera.

Hanga ammatti Booying daandiiwwan qilleensa 36 gara tajaajilaa daldalaa laachuutti kan deebi’aan yoo ta’uu, balalliiwwan kuma dhibba 3 fi kuma 30 akka taasisaniis ibsameera.

Xiyyaaroota Booying Maaks 737, FAA, EASA,CAAC,ECAA fi kanneen biroon mirkaneessi ga’uumsaa erga laatameefi booda gara balalliitti kan deebi’aan ni taasifama jedheera daandiin qilleensicha ibsa isaan.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.