Fana: At a Speed of Life!

Xiyyaarrii Booyiing Maaks 737 balalii yaalii taasisuufi

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2012 (FBC)- Booyiing Maaks 737 balalii yaalii eegale.
 
Xiyyaarichi har’a irraa eegalee guyyoota sadeen dhufaniif balallii yaalii ni taasisa.
 
Yaata’u malee milkaa’inni balalii yaalii kun Maaks 737 gara gabaatti deebi’uuf wabii hin ta’uuf jedhameera.
 
Xiyyaaricha gara gabaatti deebisuuf qormaata biroo darbuun isarra jiraata jedhameera. .
 
Xiyyaarota Booyiing oomisha Maaks 737  Ityoophiyaa fi Indooneezhiyaatti balaan irra qaqqabeen waliigala lubbuun namoota 346 darbuu irratti hundaa’ee waggaa darbe baatii Bitooteessaa irraa eegalee xiyyaaronni isaa balalii dhaabun isaanii ni yaadatama.
 
Maddi:-BBC
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.