Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin damee fayyaa 22ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC) – Yaa’iin damee fayyaa 22ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
 
Yaa’iin damee fayyaa kun waggaa waggaan hojiiwwan fayyaa hojjetaman gamaaggamuun kallattiiwwan itti aanu kan kaa’uudha.
 
Dhaabbileewwanii fi ogeeyyii fayyaa raawwii hojii gaarii galmeessaniif beekkamtii ni laata.
 
Yaa’ii kanarratti hoggantoota olaanoo federaalaa fi naannoolee dabalatee dhaabbileen mootummaa fi miti mootummaa hirmaachaa jiraachuu himamera.
 
Maddi:-TOI
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf; FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.