Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Ministiroota IGAD Jibuutiitti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)-Yaa’iin Mootummoota Misoomaa Baha Afarikaa ajandaa mariisaatii dafqaan bultoota, hojii, namoota hojii barbaachafa goodaanaan taasiseera.

Yaa’ichaan ministiroonni IGAD, ambaasaaddaroonni, biyyoota miseensa ta’aanii fi bakka buutoonni dhaabbilee garagaraa hirmaataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.