Fana: At a Speed of Life!

Yeemanitti balaa Ibiddaa buufata baqattootarra qaqqaabeen lubbuun namoota 30 darbuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Yeemanitti balaa Ibiddaa buufata baqattootarra qaqqaabeen lubbuun namoota 30 darbuu ibsameera.
Balaa qaqqabeen lubbuun namoota 30 yoo darbu, namoota 170 irra miidhaadhan qaqqabuu ibsameera.
Balichi haleellaa Saa’ud Arabiyaan magaalaa gudditii biyyattii Sana’aarratti erga raawwattee booda qaqqabuu himameera.
Maddi:-BBC
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.