Fana: At a Speed of Life!

Yeroo Baatii 1 hin guunnetti lammiilee miidhamaniif Doolaarri miiliyoonni 2 ol walitti qabame

Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Diyaaspooraan sagantaa ‘ Ayizoon Ityoophiyaa’ jedhuun yeroo Baatii 1 hin guunne keessaatti lammiilee miidhamaniif Doolaara miiliyoona 2 ol walitti qabuu ibsameera.
Ejansiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa Chaappaa Faayinaanshaal waliin ta’uun teeknoolojii hojiirra oolchaniin Baankiin Daldala Ityoophiyaa sararoota kaffaltii idil addunyaa diriirsuun yeroo baatii 1 hin guunne keessatti Doolaara miiliyoona 2 ol walitti qabamuun danda’amuun ibsameera.
Diyaaspoorawwan kunneen deeggarsa taasiisan cimsanii itti fufuun aantummaa biyyaaf qaban akka muul’isan waamichi dhiyaachuu ragaan Ejansii Diyaaspooraa Ityoophiyaarraa argame.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.