Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Gaambeellaa gamoowwan Birrii biiliyoona 1.3 ijaarsiise eebbisiise

Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellee Obbo Umood Ujuluun gamoowwan Yuunivarsiitiin Gaambeellaa Birrii biiliyoona 1.3 ijaarsiise eebbisiisaniiru.

Gamoowwan kunneen kutaalee bakka bultii barattootaa, dareewwan barnootaa fi tajaajiwwan bu’uraa biroo kan hammate ta’uu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannicharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.