Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarstiin Walaayittaa Sooddoo barattoota 234 eebbisiise

Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Yuunivarstiin Walaayittaa Sooddoo barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 234 eebbisiiseera.

Barattoonni har’a eebbifaman kanneen ogummaa fayyaa barachaa kan turan ta’uu ibsameera.

Eebbifamtoota keessaa 111 dubartoota ta’uu eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.