Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitii Koollejjii odeeffannoo biyyaalessaa gidduu gala beekkumsaa dameewwan Intelajansii fi nageenyaan taasiisuuf hojiin jijjiirramaa eegale cimee itti fufa – Tajaajila nageenyaa fi odeeffannoo biyyaalessaa

Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Daayreekarri jeneraalaa Tajaajila nageenyaa fi odeeffannoo biyyaalessaa obbo Tamasgeen Xirunehii fi hoggantoonni olaanoon guyyaa har’aa sosochii hojii Yuunvarsiitii Koollejjii odeeffannoo biyyaalessaa daawwataniiru.

Dhaabbanni giddu gala ture gara sadarkaa Yuunvarsiitii Koolleejjiitti guddachuun kana caalaa hojjechuuf dandeettii qabaachuu Daayreekarri jeneraalaa Tajaajila nageenyaa fi odeeffannoo biyyaalessaa obbo Tamasgeen Xirunehiin dubbataniiru.

Yuunvarsiitii Koolleejjichaa Afrikaatti gidduu gala beekkumsaa dameewwan Intelajansii fi nageenyaa taasiisuuf hojiin jijjiirramaa eegalee cimee akka itti fufuuf deeggarsi hoggantoota dhaabbatichaan ni taasiifama jedhan.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.