Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Amboo guddina aartii, muuziqaa fi aadaa Oromoorratti hojjechaa jiraachuu beeksise

Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Amboo guddina aartii, muuziqaa fi aadaa Oromoorratti hojjechaa jiraachuu beeksise.
Yuunvarsiitichi damichaan hojii hojjetu cimsuuf kaleessa Inistiitiyuutii Idil Addunyaa Aadaa Oromoo waliin waliigaltee hojii mallatteessera.
Waliigaltichi Wiirtuu Qorannaa fi Aadaa Looreet Tsaggaayee G/madihinitti misooma aadaarratti hojjechuu kan dandeessisu.
Hojichi misooma aadaa, aartii fi muuziqaarratti hojjetamas jedhameera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.