Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Finfinnee hayyoota 15f sadarkaa Proofeesarummaa guutuu laate

Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) –Yuunvarsiitiin Finfinnee hayyoota 15f sadarkaa Proofeesarummaa guutuu laateera.

Boordiin hoggansaa Yuunvarsiitii Finfinnee ragaa proofeesarummaa guutuu dhiyaate ilaaluun sadarkaa kabajaa kana raggaasiiseera.
Haaluma kanaan:-
Dooktar Fayyeera Sanbataa
Dooktar Isheetuu Gurmuu
Dooktar Hagos Biluutsi
Dooktar Taammiraat Baqqalaa
Dooktar Gazzahaanyi Maammoo
Dooktar Kabbadaa Ammanuu
Dooktar Salamoon Tafarraa
Dooktar Makbib Afawarq
Dooktar Abaabaw Fiqaaduu
Dooktar Iyyaasuu Eeliyaas
Dooktar Daamxee Shimallis
Dooktar Amazanaa Taaddasaa
Dooktar Yiliqaal Addaamu
Dooktar Daani’eel Zawudinehii fi Dooktar Tasfayee Sisaayiif sadarkaa Proofeesarummaa guutuu laachuu ragaan fuulaYuunvarsiiticharraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.