Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Finfinnee tajaajila yaala Baqaqsanii yaaluu Moora Ijaa bilisaan laachuuf qophaa’uu beeksise

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Finfinnee kutaa yaala Ijaa Hospitaala Minilik 2ffaatti tajaajila yaala Baqaqsanii yaaluu Moora Ijaa bilisaan laachuuf qophaa’uu beeksiseera.
Namni rakkoo agartuu qabu kamiiyyuu guyyaa Dalbataa Gurraandhala 21, 2013 Hospitaala Minilik 2ffaatti argamuun tajaajila qorannoo gaggeeffamurraa fayyadamoo ta’uu akka danda’u ragaan Ministeera Fayyaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.