Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Goondar Aartiist Teewoodiroos Kaasahuuniif Dooktareetii kabajaa laate

Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Goondar sagantaa eebba barattootaa har’a gaggeesseerratti Aartiist Teewoodiroos Kaasahuuniif Dooktareetii kabajaa laateera.
Aartiist Teewoodiroos Kaasahuun hojii aartii keessatti hojjeteef Dooktareetii kabajaa argateera.
Yuunvarsiitichi kana duras Aartiist Asteer Awwaqaaf Dooktareetii kabajaa laachuun isaa kan yaadatamuudha.
Bulchiinsi magaalaa Goondar gama isaan maqaa Aartiist Teewoodiroos Kaasahuuniin daandii moggaasuuf murteesseera jedhame.
Salaam Asmallaashitu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.