Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Goondar barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 6 fi 574 eebbisiisaa jira

Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Goondar barattoota ogummaa garaagaraan digirii 2ffaa fi 3ffaan barsiisaa ture kuma 6 fi 574 eebbisiisaa jira.
Yuunvarsiitichi bara baatii Amajjii keessaa barattoota kuma 8 fi 681 eebbisiisuun isaa kan yaadatamuudha.
Sirna eebbichaarratti Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaa dabalatee maatiin eebbifamtootaa fi keessummoonni kabajaa argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.