Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Haramayaa baqattootaa gara biyyaa deebi’an 140f carraa hojii uumuuf haala mijesse

Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Haramayaa baqattootaa gara biyyaa deebi’an 140f carraa hojii uumuuf haala mijeessuu beeksise.
Yuunvarsiitichi dhaabbata idil addunyaa Fiilsaat jedhamuu waliin lammiilee baqattummaarra gara biyyaa deebi’an carraa hojii akka argataaniif hojiin hojjetamaa jiru gamaggamaa jira.
Qindeessaan baqattootaa deebisaanii dhaabuu Harargee bahaa yuunvarsiitiichaa Dooktar Katamaa Baqqalaa akka ibsanitti, dhaabbaticha waliin godinachatti baqattootaa gara biyyaa deebi’anii gara hojiitti galchuuf qindoominaan hojjetama tureera jedhan.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.