Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Rifti Vaalii Kaampaasii Amboo marsaa 5ffaaf Barattoota kuma 5 fi 400 fi 56 barsiisaa ture eebbise

Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) – Yuunvarsiitiin Rifti Vaalii Kaampaasii Amboo marsaa 5ffaaf Barattoota kuma 5 fi 400 fi 56 digrii jalqabaa, 2ffaa akkasumas leeveliin barsiisaa ture eebbise.
Barattoonni eebbifaman kunneen Muummeewwan barnootaa 10niin kanneen barnoota isaanii hordofaa turan jedhameera.
Yuunvarsiitiin Riifti Vaalii Kaampaasii Amboo bara 2006 erga hundaa’e barattoota 11,066 eebbisuusaa,Ragaan arganne ni mul’isa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.