Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Samaraa lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasise

Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Samaraa naannoo Affaar godina Kiilabaatii aanaa Baarahilleerratti waraanaa gareen shororkeessaa ABUT baneen lammiilee buqqa’aniif deeggarsa nyaata taasiseera.

Itti aanaa preezdaantii Yuunvarsiitii Samaraa Dooktar Abdurramaan Kaadiraan dabalatee hoggantoonni yuunvarsiitichaa bakkichatti argamuun deeggarsicha laataniiru.

Yuunvarsiitiin Samaraa yeroo amma kana rakkoo ummattoota naannoo Affaariin mudatee hiikaa jiraachuu ragaan fuula Feesbuukii yuunvarsiiticharra aragamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.