Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Walqixxee barattootta kuma 2 fi 472 eebbisise

Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)-Yuunvarsiitiin Walqixxee muummeewwan garaagaraatin barattootaa barsiisaa ture kuma 2 fi 472 eebbisiiseera.
Sirna eebbichaarratti itti aanaan preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw fi hooggantoonni hojii mootummaa naannichaa biroon argamaniiru.
Dabalataanis Yuunvarsiitii Waachaamoo barattoota muummeewwan garaagaraatin kuma 3 ol barsiisaa ture eebbisiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.