Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiiwwan naannoo Tigraayitti argamanitti barnoota itti fufsisuuf hojiiwwan hojjetamaa jiru jedhame

Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiiwwan naannoo Tigraayitti argamanitti barnoota itti fufsisuuf hojiiwwan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo beeksise.
Naannichatti olaantummaa seeraa kabachiisuu ilaalchisee Yuunvarsiitiiwwan Maqalee fi Raayyaa barattoota isaanii eebbisisa kan jira yoo ta’u, barattoonni eebbifamoon yuunvarsiitii Addigaraat yuunvaarsiitii Maqaleetti Amajjii 7, 2013 irraa eegalee barnoota akka eegalaan taasifamuu Ministir deettaan Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo Dooktar Saamu’eel Kifleen himaniiru.
Hooggantoonni olaanoo Ministeericha Yuunvaarsiitii Maqaleetti duula olaantummaa seeraa kabachiisutin miidhaa qaqqabee daawwataniiru.
Hooggantoota yuunvarsiitichaa fi barattoota waliinis mari’ataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.