Atileet Gudaaf Tsaggaayeen fiigicha meetira 1500 sa’aatii saffisaa galmeessuun injifatte

Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Atileet Gudaaf Tsaggaayeen dorgommii Daayimandii Liigii meetira kuma 1 fi 500 Ziyaameen Chaayinaatti gaggeeffame injifatte.

Atileet Gudaaf fiigichicha daqiiqaa 3 fi sekoondii 50 fi maayikiroo sekoondii 30’n galuun seenaa keessatti sa’aatii saffisaa 3ffaa galmeessuu ragaan World Athletics irraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii https://www.facebook.com/afaanoromoofana

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment