Atileet Lammeechaa Girmaan dorgommii fiigicha meetira kuma 5 injifate

Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Atileet Lammeechaa Girmaan dorgommii Daayimadi Liigii meetira kuma 5 Chaayinaa Ziyaameenitti gaggeeffame injifateera.

Atileet Lammeechaan dorgommicha daqiiqaa 12 fi sekoondii 58 fi maayikiroo sekoondii 96’n xumuruun injifachuu danda’eera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii https://www.facebook.com/afaanoromoofana

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment