Atleet Dirribee Waltajjii fiigicha fageenya meetira kuma 1 fi 500 riikkardii haaraa galmeessuun injifatte

Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Atleet Dirribee Waltajjii fiigicha fageenya meetira kuma 1 fi 500 Cheek Rippaablik ‘Zlatá tretra’tti fiigame riikkardii haaraa galmeessuun injifatteerti.

Atleet Dirribeen dorgommii ‘Ostrava Golden Spike 2023 Ostrava’, Cheek Rippaablikitti fageenya meetira kuma 1 fi 500 daqiiqaa 3 fi Sekondii 57 fi maayikiroo sekondii 38 xumuruun injifachuu ragaan Atleetiksii Addunyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment