Cheelsii 4 – 4 Maanchiister Siiitii

Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Taphni Si’oominaan eegamaa ture qixaan xumurame

Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni Cheelsii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti gaggeeffame goolii 4 qixaan xumurameera.

Siitiin yeroo sadi dursus Cheelsiin xiiqiin taphachuun qabxii qoodateera.

Morkiin hawwataa fi xiiqiin guutame garee lamaan gidduutti mul’ateera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment