Dorgommii Buunyaa Yaadannoo Maandeellaan Ittaantuu Saajiin Roomaan Asaffaan injifatte

Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Dorgommii Buunyaa Yaadannoo Maandeellaa Afrikaa Kibbaa Magaalaa Darbaanitti gaggeeffameen Ittaantuu Saajiin Roomaan Asaffaan morkattuu ishee injifattetti.

Ittaantuu Saajiin Roomaan Asaffaan Itiyoophiyaa bakka bu’uun Kiiloo Giraama 54’n morkattuu ishee Naamiibiyaa marsaa jalqabaan injifatteetti.

Dorgommichi hanga Ebla 13, 2016’tti kan itti fufu ta’uu ragaan Poolisii Magaala Finfinneerraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment