illi Itti Aanaa Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Kombochaa gale

Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Magaalaa Kombochaa galeera.
Jilichi waayita Magaalaa Kombolchaa ga’u hoggantootaa olaanoo magaalichaa fi hawaasaan simannaan taasiifameefira.
Jilichi Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faarahi, hoggantoota mootummaa Federaalaa fi naannolee kan of keessatti hammate ta’uu eerameera.
Jilli kun turtii isaan hojiilee misoomaa magaalaa Kombolchaatti hojjetamaaan kan daawwatu ta’uu eerameera.
Fireehiwaat Saffiwitu gabaase.
Comments (0)
Add Comment