Ispoortii

Ispoortii

Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 28ffaan taphni Liivarpuul Maanchiister Siitii waliin taasiisu hawwiin eegama

Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 28ffaan har’aa eegalee ni taphatama. Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee taphni Maanchiister Yuunaayitiid Eevartan keessummeessu xiyyeeffannoo argataeera. Galgala sa’aatii 12:00 irraa jalqabee Boornimaawuuz Sheefiild Yuunaayitiid, Kiristaal Paalaas…
Read More...