Ispoortii

Ispoortii

Tapha deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan falmiin har’a Maadrid Baayerni Muunik waliin taasiisu ni eegama

Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Tapha deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan falmiin har’a Maadrid Baayerni Muunik waliin taasiisu xiyyeeffannoo argateera. Har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa jalqabee Riyaal Maadrid falmiin Waancaaf darbuu Baayerni Muunik waliin taasiisaan hordoftoota Kubbaa Miilaa biratti hawwiin eegama.…
Read More...