Ispoortii
Yooseef Gabrawaldi Leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Dubartoota Biyyaleesaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Yooseef Gabrawaldi Leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaleesaa umurii 20 gadii ta’uun muudamaniiru.
Gariichi dorgommii Waanca Afrikaa Gaanaan qopheessiturratti kan hirmaatu ta’uun ni beekama.
Haaluma kanaan garichi Guraandhala 29, irraa eegale akka qophaa’uuf Leenjisaa…
Read More...
Atileet Tsiggee Dhugumaan dorgommii fiigicha meetira 800 Beelgireediin rikardii bakkichaa…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)-Atileet Tsiggee Dhugumaan dorgommii fiigicha meetira 800 Beelgireediin rikardii bakkichaa fooyyessuun injifatte.
Atileet Tsiggeen fageenyicha daqiiqaa 1 fi sekoondii 59 fi maayikiroo sekoondii…
Taphni Darbii Shaggar yeroo jalqabaaf Dubaayitti taphatamuufi
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Taphni Darbii Shaggar yeroo jalqabaaf Emireetoota Araba Gamtoomanii Magaalaa Dubaayitti taphatamuufi ta’uu ibsame.
Kilaboonni lamaan Magaalaa Finfinnee Qiddus Giyoorgisii fi Bunni Itiyoophiyaa…
Taphataa du’a ooluun oolmaa guddaa biyyaaf oole – Sabaastiiyaan Haalar
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Taphataan Sarara fulduraa Iyivoorii Koosti Sabaastiiyaan Haalar dhibee Kaansarii dandamachuun biyyattiin Shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa akka taatu gahee olaanaa baheera.
Taphataan sarara fulduraa…
Kootdiivaar yeroo 3ffaaf Waancaa Afrikaa injifatte
Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaa har'a gaggeeffameen Kootdiivaar galchii 2 fi 1'n Naayijeeriyaa injifatteetti.
Kootdivaar kanaan dura bara Faranjootaa 1992 fi bara 2015 shaampiyoonaa taatee turuun ni…
Taphni Waancaa Afrikaa har’a xumurama
Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)-Taphni Waancaa Afrikaa 34ffaan Kootdiivaaritti gaggeeffamaa ture har'a ni goolabama.
Sagantichaan taphni Naayijeeriyaa fi Kootdiivaar gidduutti gaggeeffamu hawwii olaanaan kan eegamuudha.
Amajjii 4…
Gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umurii 17 gadiin Itiyoophiyaan marsaa itti aanuuf dabarte
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) - Gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umurii 17 gadiin Itiyoophiyaan Afrikaa Kibbaa injifachuun marsaa itti aanuuf dabarte.
Gareen kubbaa miilaa dubartoota Itiyoophiyaa tapha marsaa duraa goolii 3…