Koreen hojii raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa adeemsa filannoo gamaggamme

Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC)- Koreen hojii raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa adeemsa filannoo gamaggammu isaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad  beeksisan.
Adeemsa filannoo dura,yeroo Filannoo, hirmaannaa ummataa fi waliigalaan adeemsa filannoo irratti akka xiyyaffatamu dooktar Abiy toora feesbuukii isaani irratti barreessaniru.
Kooreen hojii raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa dhimmoota nageenyaaf tasgabbi fi hojiilee fulduuratti hojjataman irratti kallatti ka’u beeksisan.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment