Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi bilbila dhimmoota nageenyaaf sodaachisoo ta’aan eeruun itti laatamuu ifoome

Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC)-Komishinii Poolisii Federaalaa  Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi bilbilaa dhimmoota nageenyaaf sodaachisoo ta’aan poolisiidhaaf eeruun itti laatamuu ifoomseera.

-Kutaa magaalaa Lidataa-0118578492

-Kutaa magaalaa Qirqoos-0118578501

– Kutaa magaalaa Addis Katamaa- 0118578499

– Kutaa magaalaa Boolee – 0118578509

– Kutaa magaalaa Yakkaa – 0118578491

– Kutaa magaalaa Qaallitti- 0118578507

– Kutaa magaalaa Laaftoo- 0118578503

– Kutaa magaalaa Gulallee – 0118578505

– Kutaa magaalaa Araadaa – 0118578511

-Kutaa magaalaa Kolfee -0118578508

Sadarkaa biyyoolessaatti lakkoofsa bilbila sa’aatii 24tti odeeffannoo keessummeeffamu

– 0115526302

– 816, 987

– 0115526303

– 0115524077

– 0115543678

– 0115543681

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.a

Comments (0)
Add Comment