Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idilee gaggeesse

Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) -Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idile 5ffaa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa galma Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeesse.
Manni marichaa walga’ichaan qaboo yaa’ii walga’ii adda 2ffaa bara hojii 6ffaa qoratee raggasiseera.
Ajandaawwan adda addaarrattis mari’achuun raggaasissuu ragaan Mana Maricharraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment