Waaliyaawwan gara Ameerikaa imaluun tapha michoommaa taasisuufi

Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa Waaliyaawwan gara Ameerikaa imaluun tapha michoommaa taasisuufi jedhame.

Haaluma kanaan Adoolessa 26, 2015 Kilaba biyyaalessa Kaaribiyaanii Guyyaanaa waliin Waashingitan DC Istaadiyeemii Seegree Fiilditti ni taphata.

Adooleessa 29, 2015 Kilaba Roovarsi Atlaantaa waliin Istaadiyeemii Saawuzarn Kireesantiitti kan taphatu ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment