Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa Yaadannoo waggaa 30ffaa “Kwibuka” Ruwaandaa irratti hirmaataniiru.
Uummanni Ruwaandaa waayita guyyaa kana yaadatan Itiyoophiyaan isaan cinaa dhaabbatti jedhan Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
#Oromia #Ethiopia