Fana: At a Speed of Life!

Waayita ‘ Kiiwiibuukaa 30’n yaadatamu Itiyoophiyaan Lammiilee Ruwaandaa cinaa dhaabbatteerti – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa Yaadannoo waggaa 30ffaa “Kwibuka” Ruwaandaa irratti hirmaataniiru.

Uummanni Ruwaandaa waayita guyyaa kana yaadatan Itiyoophiyaan isaan cinaa dhaabbatti jedhan Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.