Walga’iin Hojii Raawwachiistuu Liigii Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamuu eegale

Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC)- Walga’iin Hojii Raawwachiistuu Liigii Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa jalqabaa gaggeeffamuu eegaleera.

Walga’ichi magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jiraachuu ragaan paarticharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment